Telegram Group & Telegram Channel
Bara Aangoon Harka Oromoo jira jedhamutti Barataan Oromoo , Qotee Bulaan , Daldalaan , Dafqaan bulaan , ajjeefamuuf Qeee isaarraa buqqifamuun haga yoomiitti ?

Sabni Oromoos haga yoomiitti maallaqaaf jecha walii isaa Abidatti wal darbata ?

Oromiyaa keessaa Aangoo gurguddaa kan qabu Oromooma Mataa isaati garuu Faayidaa dhuunfaa isaaf jecha Uummata Hacuucaa , gidirsaa, Mana hidhaatti darbachaa  ofii isaaf Filee Nyaatee filee uffata !

Yaa Oromo haga yoomiitti Qarshiif jecha Obboleessa kee Obboleettii kee Abbaa kee Haadha kee Dabarsitee harka diinaatti kennita ?

Dhiigni Saba kanaa guyyaa tokko sin gaafachuuf jirti !

Lafeen Uummatichaa Teessoo keessan keessaan isin waraanuuf jirti !

Jibba dhiisaa wal jaalladhaa πŸ™
Tokkummaa jabeessaa πŸ™
Waliif dhiigaa πŸ™
Yoo lama qabaattan isa tokko hin qabneef tokko kennaa πŸ™

Kaayyoon Jaallewwan Wareegamanii galmaan haa geenyu !πŸ™

Dhaamsa kana namoota Faayidaa dhuunfaa isaaniif jecha saba isaanii gurguran biraan akka gauf share gochuun gaee Oromummaa keessanii baaa πŸ™
#Share 
πŸ“ŒTelegran:
https://www.tg-me.com/IjoolleeWallaggaaWBO

https://www.tg-me.com/fr/Keenyaan Tube/com.keenyaantube

#Keenyatu_Keenya
#join
#Share
Gochuu hin dagatinaa πŸ™

tg-me.com/keenyaantube/26
Create:
Last Update:

BY Keenyaan Tube

Share with your friend now:
tg-me.com/keenyaantube/26

View MORE
Open in Telegram

Keenyaan Tube Telegram | DID YOU KNOW?

Date: |

Telegram Gives Up On Crypto Blockchain Project

Durov said on his Telegram channel today that the two and a half year blockchain and crypto project has been put to sleep. Ironically, after leaving Russia because the government wanted his encryption keys to his social media firm, Durov’s cryptocurrency idea lost steam because of a U.S. court. β€œThe technology we created allowed for an open, free, decentralized exchange of value and ideas. TON had the potential to revolutionize how people store and transfer funds and information,” he wrote on his channel. β€œUnfortunately, a U.S. court stopped TON from happening.”

The STAR Market, as is implied by the name, is heavily geared toward smaller innovative tech companies, in particular those engaged in strategically important fields, such as biopharmaceuticals, 5G technology, semiconductors, and new energy. The STAR Market currently has 340 listed securities. The STAR Market is seen as important for China’s high-tech and emerging industries, providing a space for smaller companies to raise capital in China. This is especially significant for technology companies that may be viewed with suspicion on overseas stock exchanges.

Keenyaan Tube from fr

Telegram Keenyaan Tube
FROM USA